Podchaser Logo
Home
Hpelsocio Podcast

Hasen Mh Hassen

Hpelsocio Podcast

A daily Business and Entrepreneur podcast
Good podcast? Give it some love!
Hpelsocio Podcast

Hasen Mh Hassen

Hpelsocio Podcast

Episodes
Hpelsocio Podcast

Hasen Mh Hassen

Hpelsocio Podcast

A daily Business and Entrepreneur podcast
Good podcast? Give it some love!
Rate Podcast

Episodes of Hpelsocio Podcast

Mark All
Search Episodes...
Bonus

Tofik

under hpel--- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/message
Irraa Haa Barannuu.-----⚖️====godina jimmaa bulchinsa magaalaa jimmaa ganda mantinnaa iddoo addaa bufata xiyyaaraa abbaa jifaarittii mooraan isaa eggumsaaf jecha meshaa gatii qaalii taen nageenya xiyyaara qubatuufii balali'uf jecha akkasumas
Hordooftootaa fi dhaggeeffattota FM waagj sagantaa kenya har'atin sagantaalee odeffannoo fi sagantaa hubannoo seeraa isin biraan genya sagantaa odeessaaletin Odeessalee kenya har'aatin---Waltajjii Leenjii fi Mari Gamaggama Karoora Raawwii H
Sagantaan keenya har'aa yaadaannoo Artisrii kabajamaa Dr Ali Birraatiif haa ta'u jechaa sirboota Dr Alii Birraa kan durii fi ammaa isin affeerraa. Tajaajila FM Podcast Wajjira Abbaa Alangaa Goodina Jimmaa. www.waagjfm.mhaagj.org--- Send in
Sagantaa yaalii tamsaasa fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa. Siirboota afaan oromoo oromo music--- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/message
Kuni Tajaajila Podcast FM Waajjira abbaa alangaa godina jimmaatin qophaa'ee tamsaafamu yommuu ta'u, tamsaasa kenya isa har’aatiin odeessaalee dhadachaa wajjiraalee abbaa alangaa aanaa godina jimmaa jalattii murtoo argatan, odeessaallee haala ta
akkuma bekkamuu waajjirrii abbaa alangaa godina jimmaa dhaqabamummaa seeraa mirkanessuufii hawaasa kenyaaf huvannoo seeraa umuudhaaf hojii daran ol’aanaa ta’e hojjechaa jiraachuu Kenya ragaan innii hangafaa isin dhaggeffattootni sagalee fm waaj
bu’uura Labsii lakk.214/2011, Mana Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Hundeessuuf baheen aangoofi gahee hojii Mana Hojichaa gama qorannaa yakkaa gaggeessuu, qorannaa yakkaa hoogganuu fi Galmee qorannoo irratti bu’uura seeraatiin Murtii ken
Qophessan sagantaa kanaa obboo mulugeetaa megersaa godina jimmaa aanaa coraa botor irraayii.--- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/message
qophii har’aatin dhimma murtii dhaddacha ijibbaataa Federaalaa galmee Lakk 16816 ta'e irrattii taasifamee. Seera Yakkaa bara 1996 bahee kewwata 555 fi 556 bu'uura seera yakkaa biyya keenyaa jalatti kaa'ameen maal fakkaata jedhu irratti kan qoph
Qophii Har’aatin Hubannoo seeraa isin argattan maalii?qophii kana dhageffattanii gaafa xumurtanÜ Himannaa sirna gabaabaadhaan dhiyaatu irratti ragaa ittisaa dhiyeessun kan danda’amu bu’ura keewwata 286 tin mana murtiitin yoo eeyyamamee ta’u i
የፌዴራል ፍርድ ቤቶች ስተዳደሩ የነበሩ በአ/ቁ 25/96 የነበረው ሲሆን ይህንን አዋጅ በማሻሻል አዲሱ አዋጅ በሥራ ላይ ውሏል። የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ 1234/2013 በፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ስር የተቋቋመ 15 ከፍተኛ የሕግ ባለሙያዎችን በአባልነት ያካተተ የዳኝነት ሥርዓት አማካሪ ጉባኤ ረቂቁ ተዘጋጅቶ በፌደራል ፍርድ ቤቶች አመራሮች፣ በሕግ ባለሙያዎች እና በሕዝብ ተሳትፎ ዳ
Akka garee komnikeeshini mana hojii abbaa alangaa godina jimmaatti fm tora internetii irrattii tamsaafamuu banuun kenya galmiifi kayyoon isaa maalii--- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/message
Habeas Corpus (Qaama Bilisa Baasuu)SeensaUumama waan hundaa ta’eet jalqaba irraa ka’ee hanga sadarkaa dhummaa qaqqabbutti sadarkaawwan adda addaa keessa darbuun isaa dirqama ta’a.Sadarkaawwan adda addaa keessa yommuu darbu immoo waantoota baa
wa'ee tamboo ilaalchisee seerrii mal jeedhaa.sagantaa abbaa alangaa aanaa cooraa bootoor obboo mulugeetadhaan qophaa'ee.www.mhaagj.org seensaTamboo xuuxuun nama xuuxu irrattis haa ta’uu bakka namoonnii baay’een argamanitti xuuxuun rakkoo fa
Tamsaasa kanaan seera gidaansaa walin wal qabatee barruu xinxala obboo anwaar ahmed abbaa alangaa gidina jimmaatiin kan qophaa'ee kan isiniif dhihaatuudhaa. MHAAGJ--- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsoci
Tamsaasa kanaan barumsa hubannoo seeraa seera godaansaa irrattii abbaa alangaa godina jimmaa obboo Anwar ahmedin qophaa'ee isinin genyaa nu wajjin turaa--- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/message
Tamsaasa kenya har'aan oduu olmaa dhadachaa irrattii dhihataee.--- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/message
Tamsaasa kenya kanaan wa'ee araaxaa ilaalchisee seerrii maal akka jeedhuu wal hubachifnaa.--- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/message
Nuho gobana yagalana jiruu --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/message
Leenjii hubannoo seeraa seera yakkaaa mfdri seensa isaa irrattii fm mhaagj irrattii hordofaa. We strive toninsure justice.--- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/message
Hubannoo seeraa interneetiidhan keennuun bu'a qabaa? Galma akka wajjiraatifii akka abbaa alangaattii dirqama hubannoo seeraa keennuu nuurraa jiruu galmaan nu geessisaa? sagalee tamsaasa kana dhaggeffadhaa --- Send in a voice message: https:
Obboo Sisay eddessaa turtii gabaaba jimmaa fana fm dukaa --- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/message
--- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/message
Mhaagjttii platformii fm kallattii websaayti mhaagjtin tamsaasuu jalqabnuu ilaalaa--- Send in a voice message: https://podcasters.spotify.com/pod/show/hpelsocio/message
Rate

Join Podchaser to...

  • Rate podcasts and episodes
  • Follow podcasts and creators
  • Create podcast and episode lists
  • & much more

Unlock more with Podchaser Pro

  • Audience Insights
  • Contact Information
  • Demographics
  • Charts
  • Sponsor History
  • and More!
Pro Features