Ilmaormaa
ILMAORMAAHangafa pōdkāstī Afān Oromo !Ashamaa!! Waltajjii dhuunfaafi Bilisatti Baga Nagaan Dhuftan!
As-gubbaat Seenaa, Aadaa, "Sustainable Development" , Teknoolojii, Siyaasaafi Barruulee adda-addaa dubbisneerraa; keessummaa affeerre woliin kabajaafi walabummaan yaada jijjiirranne baabsaa tokko malee raabsina.
Dhihaadhaa!!Teessoon: Telegram( t.me/podcast_ilmaormaa)